Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Yeroo Yerusaalem deebitee akka ijaaramtuuf abboommiin ba'ee jalqabee, hamma bara geggeessituu isa dibamee moosifameetti waggaa torba si'a torba in ta'a; yeroon isaa yeroo rakkinaa yoo ta'e iyyuu, mandarattiin waltajjii ishee fi qotaa ishee wajjin deebitee ijaaramtee, waggaa torba si'a jaatamii lamaaf dhaabachuuf jirti; egaa kana beeki hubadhus!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 “Waan kana beeki; hubadhus: Gaafa labsiin Yerusaalemin haaromsuu fi deebisanii ijaaruuf labsame kun baʼee jalqabee hamma Masiihichi, Bulchaan dhufutti ‘torban’ torbaatamaa fi torban jaatamii lama taʼa. Isheen daandiiwwanii fi dallaa wajjin ni haaromfamti; garuu wanni kun yeroo rakkinaa keessa taʼa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 “ዋን ከነ ቤክ፤ ሁበዹስ፦ ጋፈ ለብሲን ዬሩሳሌምን ሃሮምሱፊ ዴብሰኒ እጃሩፍ ለብሰሜ ኩን በኤ ጀልቀቤ ሀመ መሲህች፣ ቡልቻን ዹፉት ‘ቶርበን’ ቶርባተማፊ ቶርበን ጃተሚ ለመ ተአ። እሼን ዳንዲወኒፊ ደላ ወጅን ንሃሮምፈምት፤ ገሩ ወን ኩን ዬሮ ረክና ኬሰ ተአ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements