Daaniʼel 9:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 <<Irra-daddarbaan raawwatee akka hafutti, cubbuu hojjechuun akka dhaabatutti, yakkaafis dhiifamuun akka argamutti, qajeelummaan bara baraa akka dhufutti, mul'anni, raajiinis mallattoodhaan akka jabeeffamutti, iddoon inni hundumaa irra caalaa qulqulluun dibamee akka qulqulleeffamutti, waggoonni torba si'a torbaatamni saba kee irratti mandara kee ishee qulqullooftu irratti akka darban murtoo ta'eera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 “Dogoggora hambisuuf, cubbuu balleessuuf, araara yakkaa buusuuf, qajeelummaa bara baraa fiduuf, mulʼataa fi raajii chaappaadhaan cufuuf, Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sana dibuuf saba keetii fi magaalattii qulqulluu keetiif ‘torban’ torbaatamni labsameera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 “ዶጎጎረ ሀምብሱፍ፣ ጩቡ በሌሱፍ፣ አራረ የካ ቡሱፍ፣ ቀጄሉማ በረ በራ ፍዱፍ፣ ሙልአታፊ ራጂ ቻፓዻን ጩፉፍ፣ እዶ እዶ ሁንደ ጫላ ቁልቁሉ ተኤ ሰነ ድቡፍ ሰበኬቲፊ መጋለቲ ቁልቁሉኬቲፍ ‘ቶርበን’ ቶርባተምን ለብሰሜረ። See the chapter |