Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Jalqaba himata keetii irratti dubbiin tokko sitti in dhaamame; ati guddaa jaallatamaa waan taateef, ani dubbicha sitti himuudhaaf nan dhufe; kanaaf isa yaadatti qabadhu, mul'atichas hubadhu!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Akkuma ati Waaqa kadhachuu jalqabdeen deebiin ani sitti himuuf dhufe kun siif kenname; ati akka malee jaalatamaadhaatii. Kanaafuu ergaa kana qalbeeffadhuutii mulʼata sana hubadhu:

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 አኩመ አት ዋቀ ከዸቹ ጀልቀብዴን ዴቢን አን ስት ህሙፍ ዹፌ ኩን ሲፍ ኬነሜ፤ አት አከ መሌ ጃለተማዻቲ። ከናፉ ኤርጋ ከነ ቀልቤፈዹቲ ሙልአተ ሰነ ሁበዹ፦

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:23

Follow us:

Advertisements


Advertisements