Daaniʼel 9:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Dubbii kanaan kadhachaa utuun jiruu, Gabri'el inni nama fakkaate ani duraan mul'atatti arge, yeroo aarsaa galgalaatti dadhabee utuun jiruu balali'ee na bira ga'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, Gabriʼeel namichi ani mulʼata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ኡቱ አን አመሌ ከዸትናረ ጅሩ፣ ገብርኤል ነምች አን ሙልአተኮ ዱራ ኬሰት አርጌ ሱን፣ ዬሮ ኣርሳ ገልገላት አሪቲዻን በርሳ ገረኮ ዹፌ። See the chapter |