Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 mootummaa isaa waggaadhuma isa duraa keessa, ani Daani'el waa'ee lakkoobsa waggootaa isa caaffata qulqullaa'oo keessatti diigamuu Yerusaalemiif dubbatame nan yaade; akka dubbii Waaqayyoo isa gara Ermiyaas raajichaa dhufe sanaatti waggaan torbaatamni hamma guututti Yerusaalem diigamtee akka haftu jedhamuu isaa nan hubadhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 bara mootummaa isaa keessa waggaa tokkoffaatti ani Daaniʼel dubbii Waaqayyoo kan Ermiyaas raajichaaf kenname irraa akka Yerusaalem waggaa torbaatamaaf ontee turtu kitaabota qulqulluu irraa nan hubadhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 በረ ሞቱማሳ ኬሰ ወጋ ቶኮፋት አን ዳንኤል ዱቢ ዋቀዮ ከን ኤርምያስ ራጅቻፍ ኬነሜራ አከ ዬሩሳሌም ወጋ ቶርባተማፍ ኦንቴ ቱርቱ ክታቦተ ቁልቁሉራ ነንሁበዼ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements