Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Yaa Waaqayyo, ati akka gochaa kee isa qajeellaatti aarii kee fi dheekkamsa kee mandara kee Yerusaalem irraa, tulluu kee isa qulqullaa'aa irraas deebisi! Sababii cubbuu keenyaa fi sababii yakka abboota keenyaaf mandarri Yerusaalem, sabni kees warra naannoo keenya jiraatan hundumaaf muka kolfaa ta'an.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Yaa Gooftaa, akkuma hojii kee qajeelaa sana hundaatti Yerusaalem magaalaa keetii fi gaara kee qulqulluu irraa aarii fi dheekkamsa kee deebisi. Cubbuun keenyaa fi balleessaan abbootii keenyaa namoota naannoo keenya jiraatan hunda biratti akka Yerusaalemii fi sabni kee waan kolfaa taʼan godheera.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ያ ጎፍታ፣ አኩመ ሆጂኬ ቀጄላ ሰነ ሁንዳት ዬሩሳሌም መጋላኬቲፊ ጋረኬ ቁልቁሉራ ኣሪፊ ዼከምሰኬ ዴብስ። ጩቡንኬኛፊ በሌሳን አቦቲኬኛ ነሞተ ናኖኬኘ ጅራተን ሁንደ ብረት አከ ዬሩሳሌሚፊ ሰብንኬ ዋን ኮልፋ ተአን ጎዼረ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements