Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 <<Ammas yaa Waaqayyo gooftaa, situ harka aango-qabeessaan saba kee biyya Gibxiitii baasee, maqaa godhate; har'as akkasuma ta'e, nuyi cubbuu hojjenneerra, jal'anneerras*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 “Egaa amma yaa Waaqa keenya Gooftaa, kan irree jabaadhaan saba kee biyya Gibxi baaftee akka maqaan kee akkuma harʼa jiru kana beekamu goote, nu cubbuu hojjenneerra; balleessineerras.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 “ኤጋ አመ ያ ዋቀኬኘ ጎፍታ፣ ከን እሬ ጀባዻን ሰበኬ ብየ ግብጢ ባፍቴ አከ መቃንኬ አኩመ ሀርአ ጅሩ ከነ ቤከሙ ጎቴ፣ ኑ ጩቡ ሆጄትኔረ፤ በሌስኔረስ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements