Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Akkuma seera Musee keessatti caafametti, wanti hamaan kun hundinuu nu irra ga'e; haa ta'u iyyuu malee, nuyi yakka keenyattii deebi'uudhaan, amanamummaa isaas qalbifachuudhaan, Waaqayyo gooftaan keenya fuula ifaadhaan akka nu ilaalu hin goone*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Akkuma Seera Musee keessatti barreeffametti balaan kun hundi nutti dhufeera; taʼu iyyuu nu qalbii jijjiirrannee dhugaa duukaa buʼuudhaan Waaqayyo Waaqa keenya irraa araara hin barbaanne.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 አኩመ ሴረ ሙሴ ኬሰት በሬፈሜት በላን ኩን ሁንድ ኑት ዹፌረ፤ ተኡዩ ኑ ቀልቢ ጅጂረትኔ ዹጋ ዱካ ቡኡዻን ዋቀዮ ዋቀኬኘራ አራረ ህንበርባድኔ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements