Daaniʼel 9:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 <<Israa'el guutummaatti seera kee irra daddarbanii isa irraas jal'ataniiru, sagalee kees hin dhaggeeffanne; sababii nuyi Waaqayyo duratti cubbuu hojjenneef, abaarsii fi doorsisi seera Musee garbicha Waaqayyoo keessatti caafaman nu irra ga'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Israaʼeloonni hundinuu siif ajajamuu diduudhaan seera kee cabsaniiru; sirraa garagalaniirus. “Kanaafuu sababii nu cubbuu sitti hojjenneef abaarsaa fi kakuun Seera Musee garbicha Waaqaa sanaa keessatti barreeffame nurratti dhangalaʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እስራኤሎን ሁንድኑ ሲፍ አጀጀሙ ድዱዻን ሴረኬ ጨብሰኒሩ፤ ስራ ገረገለኒሩስ። “ከናፉ ሰበቢ ኑ ጩቡ ስት ሆጄትኔፍ አባርሳፊ ከኩን ሴረ ሙሴ ገርብቸ ዋቃ ሰና ኬሰት በሬፈሜ ኑረት ዸንገለኤ። See the chapter |