Daaniʼel 9:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Sanyii Medoon keessaa Daariyos ilmi Ahashweros mootummaan Kaldootaa kennameefii, mo'ee waggaa tokkoffaa isaa keessa ture*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara Daariyoos ilma Ahashweroos namicha Meedee kan mootummaa Kaldootaa irratti bulchaa taasifame sanaa keessa waggaa tokkoffaatti See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ዳርዮስ እልመ አሀሽዌሮስ ነምቸ ሜዴ ከን ሞቱማ ከልዶታረት ቡልቻ ታስፈሜ ሰና ኬሰ ወጋ ቶኮፋት See the chapter |