Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Utuun isa kanatti yaadaa jiruu, korbeessi reettii tokko gara lixa-biiftuutii irra lafaa kutee dhufe, miilli isaa garuu lafa hin ga'u ture; reettichi gaanfa tokkicha bakkeetti mul'atu ija isaa lamaan gidduudhaa qaba*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Utuma ani waan kana yaadaa jiruu korbeessi reʼee kan ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa qabu tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuraa akkuma tasaa lixa biiftuutii dhufe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ኡቱመ አን ዋን ከነ ያዳ ጅሩ ኮርቤስ ሬኤ ከን እጀሳ ለማን ግዱዻ ጋንፈ ቀቡ ቶኮ ኡቱ ለፈ ህንቱቅን ጉቱማ ለፋ ቀጣሙራ አኩመ ተሳ ልጠ ቢፍቱቲ ዹፌ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements