Daaniʼel 8:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Anis korbeessichi gara lixa-biiftuutti, gara bitaatti, gara mirgaattis utuu ha'uu nan arge; horiin tokko illee isa dura dhaabachuu hin dandeenye, humna isaa jalaa baasuu kan danda'us hin jiru; inni akka isatti tole in hojjete; ofii isaas baay'ee of guddise*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani utuu korbeessi hoolaa sun gara lixa biiftuutti, gara kaabaa fi gara kibbaatti jifatuu nan arge; horiin fuula isaa dura dhaabachuu dandaʼe tokko iyyuu hin turre; kan humna isaa jalaa baasuu dandaʼu tokko iyyuu hin turre. Inni waanuma barbaade hojjetee guddaa taʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ኡቱ ኮርቤስ ሆላ ሱን ገረ ልጠ ቢፍቱት፣ ገረ ካባፊ ገረ ክባት ጅፈቱ ነንአርጌ፤ ሆሪን ፉለሳ ዱረ ዻበቹ ደንደኤ ቶኮዩ ህንቱሬ፤ ከን ሁምነሳ ጀላ ባሱ ደንደኡ ቶኮዩ ህንቱሬ። እን ዋኑመ በርባዴ ሆጄቴ ጉዳ ተኤ። See the chapter |