Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Kana irratti ani Daani'el bututee dhukkubsadhees guyyaa baay'ee nan ciise; kana booddee ka'een gara hojii mootichaatti ba'e; mul'aticha immoo ani waanuma isaa nan wallaale, hin hubannes.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Ani Daaniʼelis akka malee dadhabee guyyoota baayʼee dhukkubsadheen ciise. Ergasiis kaʼee gara hojii mootichaa nan dhaqe. Anis mulʼatan argee sanaan rifadheen ture; dubbiin isaas naaf hin galle.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 አን ዳንኤልስ አከ መሌ ደዸቤ ጉዮተ ባይኤ ዹኩብሰዼን ጪሴ። ኤርገሲስ ከኤ ገረ ሆጂ ሞትቻ ነንዸቄ። አንስ ሙልአተን አርጌ ሰናን ርፈዼን ቱሬ፤ ዱቢንሳስ ናፍህን ገሌ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:27

Follow us:

Advertisements


Advertisements