Daaniʼel 8:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni waa'ee ganamaa fi galgalaa mul'ata keessatti himame sun dhugaa dha; garuu guyyaa baay'ee waan turuuf, mul'aticha cufii kaa'i!>> naan jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Mulʼanni galgalaa fi ganama sitti mulʼifame sunis dhugaa dha; garuu sababii inni waan bara dheeraa booddee taʼuuf jiru argisiisuuf isa cufi.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሙልአትን ገልገላፊ ገነመ ስት ሙልእፈሜ ሱንስ ዹጋዸ፤ ገሩ ሰበቢ እን ዋን በረ ዼራ ቦዴ ተኡፍ ጅሩ አርግሲሱፍ እሰ ጩፍ።” See the chapter |