Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 inni humna guddaa in argata, badiisa sodaachisaa in fida, wanti inni hojjetu wal in qixxaataaf, namoota jajjaboo saba warra qulqullaa'an sanaas in balleessa.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Innis akka malee jabaa taʼa; garuu humna isaatiin miti. Inni badiisa suukaneessaa fida; waan hojjetu hundaan ni milkaaʼa. Namoota jajjaboo fi qulqulloota ni balleessa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 እንስ አከ መሌ ጀባ ተአ፤ ገሩ ሁምነሳቲን ምት። እን በዲሰ ሱከኔሳ ፍደ፤ ዋን ሆጄቱ ሁንዳን ንምልካአ። ነሞተ ጀጀቦፊ ቁልቁሎተ ንበሌሰ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:24

Follow us:

Advertisements


Advertisements