Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 <<Gara dhuma mootummaa isaan kanaatti, warri irra-daddarbituun safara irra-daddarbaa isaanii yeroo guuttatan, mootiin ija-hin fuuneen, dubbii qabsiisu tokko ka'uuf jira;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 “Dhuma bulchiinsa isaaniitti, yeroo finciltoonni akka malee hammaachaa deemanitti mootiin adda jabeessi hibboo hubatu tokko ni kaʼa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 “ዹመ ቡልቺንሰሳኒት፣ ዬሮ ፍንጭልቶትን አከ መሌ ሀማቻ ዴመንት ሞቲን አደ ጀቤስ ህቦ ሁበቱ ቶኮ ንከአ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:23

Follow us:

Advertisements


Advertisements