Daaniʼel 8:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Gaanfonni afur warri iddoo gaanfa isa cabe sanaa dhaabaman immoo, saba sana keessaa mootummoonni afur dhaabamuuf akka jiran in argisiisa; garuu humni isaanii akka kan isa tokkicha sanaa miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Gaanfawwan afran gaanfa cabe tokko iddoo buʼan mootummoota saba isaa keessaa baʼan afran argisiisan; isaan garuu humna akka isaa hin qaban. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ጋንፈወን አፍረን ጋንፈ ጨቤ ቶኮ እዶ ቡአን ሞቱሞተ ሰበሳ ኬሳ በአን አፍረን አርግሲሰን፤ እሳን ገሩ ሁምነ አከሳ ህንቀበን። See the chapter |