Daaniʼel 8:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 korbeessi reettii inni dabbasaa qabu sun immoo mootummaa Griikii argisiisa; gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu tures mootii isaa isa jalqabaa ti. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Reʼeen rifeensa qabu sun mootii Giriik; gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu immoo mootii jalqabaa ti. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሬኤን ርፌንሰ ቀቡ ሱን ሞቲ ግሪክ፤ ጋንፍ ጉዳን እጀሳ ለማን ግዱሞ ሞቲ ጀልቀባት። See the chapter |