Daaniʼel 8:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Korbeessi hoolaa gaanfa lama qabu ati argite sun, mootota Medoonii fi Faares in argisiisa; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Korbeessi hoolaa kan gaafa lamaa ati argite sun, mootota Meedee fi Faares argisiisa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኮርቤስ ሆላ ከን ጋፈ ለማ አት አርግቴ ሱን፣ ሞቶተ ሜዴፊ ፋሬስ አርግሲሰ። See the chapter |