Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 <<Kun gara dhumaatti yeroo muramaa tokko kan ilaalu waan ta'eef, kunoo, yeroo dheekkamsichaa isa gara booddeetti wanta ta'uuf jiru sitti nan beeksisa!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Innis akkana jedhe; “Ani waan booddee yeroo dheekkamsaatti dhufuuf jiru sitti nan hima; mulʼanni sun waan bara dhumaa kan murtaaʼe sana keessatti taʼu argisiisaatii.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 እንስ አከነ ጄዼ፤ “አን ዋን ቦዴ ዬሮ ዼከምሳት ዹፉፍ ጅሩ ስት ነንህመ፤ ሙልአትን ሱን ዋን በረ ዹማ ከን ሙርታኤ ሰነ ኬሰት ተኡ አርግሲሳቲ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements