Daaniʼel 8:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yeroo inni anaa wajjin dubbachaa jirutti, ani fuula koo gara lafaatti gad gombiseen of wallaale; inni garuu harka isaatiin na qabee iddoo ani ture na dhaabachiisee, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yeroo inni natti dubbachaa turettis, ani addaan lafatti gombifamee hirriba cimaa keessan ture. Inni garuu na tuqee ol na qabee miilla kootiin na dhaabe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዬሮ እን ነት ዱበቻ ቱሬትስ፣ አን አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ህርበ ጭማ ኬሰን ቱሬ። እን ገሩ ነ ቱቄ ኦል ነ ቀቤ ሚለኮቲን ነ ዻቤ። See the chapter |