Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Kana irratti Gabri'el gara iddoo ani dhaabadhuu dhufe; yeroo inni dhufe immoo na'een adda kootiin gad gombifame; inni garuu,<<Yaa mucaa namaa, mul'atichi bara gara dhumaatiif ta'uu isaa hubadhu!>> naan jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Akkuma inni iddoo ani dhaabachaa ture dhufeen ani rifadheen addaan lafatti gombifame. Innis, “Yaa ilma namaa, akka mulʼanni sun waaʼee bara dhumaa argisiisu hubadhu” naan jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 አኩመ እን እዶ አን ዻበቻ ቱሬ ዹፌን አን ርፈዼን አዳን ለፈት ጎምብፈሜ። እንስ፣ “ያ እልመ ነማ፣ አከ ሙልአትን ሱን ዋኤ በረ ዹማ አርግሲሱ ሁበዹ” ናን ጄዼ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements