Daaniʼel 8:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Achumaan immoo bishaan Ulaayi irraa waan akka sagalee namaa,<<Yaa Gabri'el, wanta inni mul'ataan arge kana namicha hubachiisi!>> jedhu nan dhaga'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Anis sagalee nama tokkoo kan “Yaa Gabriʼeel, hiikkaa mulʼata sanaa nama kanatti himi” jedhu tokko Uulayi nan dhagaʼe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አንስ ሰገሌ ነመ ቶኮ ከን “ያ ገብርኤል፣ ሂካ ሙልአተ ሰና ነመ ከነት ህም” ጄዹ ቶኮ ኡለይ ነንዸገኤ። See the chapter |