Daaniʼel 8:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ani Daani'el mul'ata kana ergan argee booddee, hiikaa isaa hubachuu nan barbaade; kunoos nama kan fakkaatu tokko na dura dhaabate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Utuma ani Daaniʼel mulʼata sana argee hiikkaa isaa hubachuuf yaalaa jiruu inni nama fakkaatu tokko fuula koo dura dhaabate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኡቱመ አን ዳንኤል ሙልአተ ሰነ አርጌ ሂካሳ ሁበቹፍ ያላ ጅሩ እን ነመ ፈካቱ ቶኮ ፉለኮ ዱረ ዻበቴ። See the chapter |