Daaniʼel 8:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Inni duraa deebisee isa gaaffii gaafate sanaan,<<Hamma ganamaa fi galgala kuma lamaa fi dhibba sadiitti in tura; kana booddee iddoon qulqullaa'aan sun qajeeltootti in deebifama>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis, “Wanni sun galgalaa fi ganama 2,300 fudhata; ergasii iddoon qulqulluun deebiʼee ni qulqulleeffama” naan jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ፣ “ወን ሱን ገልገላፊ ገነመ 2,300 ፉዸተ፤ ኤርገሲ እዶን ቁልቁሉን ዴብኤ ንቁልቁሌፈመ” ናን ጄዼ። See the chapter |