Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yommus inni qulqulluun tokko utuu dubbatuu nan dhaga'e; qulqulluun kan biraa tokkos isa dubbatu sanaan,<<Barri mul'ata kanaa, waa'een dhaabachuu aarsaa walitti fufee aarfamuu, waa'een irra-daddarbaa isa ciiggaasisaa, waa'een iddoon qulqullaa'aaniif macci sun dhidhiitamuutti kennamuu, hamma yoomiitti tura?>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Anis utuu qulqullichi dubbatuu nan dhagaʼe; qulqulluun kaan, “Mulʼanni waaʼee aarsaa guyyaa guyyaa, kan cubbuu badiisa fiduu, kan iddoo qulqulluutii fi raayyaawwan akka miilla jalatti dhidhiitamaniif dabarfamanii kennaman sanaa yoomi raawwata?” jedheen.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 አንስ ኡቱ ቁልቁልች ዱበቱ ነንዸገኤ፤ ቁልቁሉን ካን፣ “ሙልአን ዋኤ ኣርሳ ጉያ ጉያ፣ ከን ጩቡ በዲሰ ፍዱ፣ ከን እዶ ቁልቁሉቲፊ ራያወን አከ ሚለ ጀለት ዽዺተመኒፍ ደበርፈመኒ ኬነመን ሰና ዮም ራወተ?” ጄዼን።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements