Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Yommus macci sun itti in kenname, inni immoo irra-daddarbuudhaan aarsaa walitti fufee aarfamu irratti dalga hojjete, dhugaas lafatti gad in darbate; wanti inni hojjete immoo wal in qixxaateef.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Sababii cubbuutiif raayyaan qulqullootaatii fi aarsaan guyyaa guyyaan dhiʼeeffamu dabarfamanii isaaf kennaman. Inni waan hojjetu hunda keessatti ni milkaaʼe; dhugaanis lafatti gatame.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ሰበቢ ጩቡቲፍ ራያን ቁልቁሎታቲፊ ኣርሳን ጉያ ጉያን ዽኤፈሙ ደበርፈመኒ እሳፍ ኬነመን። እን ዋን ሆጄቱ ሁንደ ኬሰት ንምልካኤ፤ ዹጋንስ ለፈት ገተሜ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements