Daaniʼel 8:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Inni hamma isa macca waaqa irraa abboomuutti iyyuu of guddiseera; aarsaan walitti fufee isa abboomu sanaaf dhi'eeffamus duraa in fudhatame; lafti iddoo qulqullaa'aa isaas in gara galfame*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akka waan ajajaa loltoota Waaqaatiin wal qixxaateettis mataa ol qabate; aarsaa guyyaa guyyaa illee isa irraa fudhate; iddoon isaa qulqulluunis gad darbatame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ ዋን አጀጃ ሎልቶተ ዋቃቲን ወል ቅጣቴትስ መታ ኦል ቀበቴ፤ ኣርሳ ጉያ ጉያሌ እሰራ ፉዸቴ፤ እዶንሳ ቁልቁሉንስ ገድ ደርበተሜ። See the chapter |