Daaniʼel 8:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Belshaazaar mootummaa fudhatee waggaa sadaffaatti, ani Daani'el mul'ata nan arge, kunis isa si'a duraa anatti mul'ate sana booddee dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara Beelshaazaar mootichaa keessa waggaa sadaffaatti, ani Daaniʼel, mulʼata duraan natti mulʼate sana booddee mulʼata tokko nan arge. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ቤልሻዛር ሞትቻ ኬሰ ወጋ ሰደፋት፣ አን ዳንኤል፣ ሙልአተ ዱራን ነት ሙልአቴ ሰነ ቦዴ ሙልአተ ቶኮ ነንአርጌ። See the chapter |