Daaniʼel 7:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kana booddees kunoo, bineensa afuraffaa halkan mul'ataan nan arge; inni bineensa sodaachisaa, naasisaa, gar-malees jabaa ture; ilkaan sibiilaa gurguddaas qaba; bineensichi in nyaate, in caccabse, isa hafe immoo miilla isaatiin irra ejjete; inni bineensota isa dura turan irraa kan gargar ta'ee dha, gaanfa kudhanis qaba ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Ergasiis ani halkan keessa mulʼata nan arge; kunoo fuula koo dura bineensa afuraffaa akka malee jabaa, sodaachisaa nama rifachiisu tokkotu ture. Innis ilkaan sibiilaa dheeraa qaba ture; innis waan qabate caccabsee nyaatee kan hafe immoo miilla isaa jalatti dhidhiita ture. Bineensi kun bineensota duraan turaniin adda taʼee gaanfa kudhan qaba ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “ኤርገሲስ አን ሀልከን ኬሰ ሙልአተ ነንአርጌ፤ ኩኖ ፉለኮ ዱረ ብኔንሰ አፉረፋ አከ መሌ ጀባ፣ ሶዳችሳ ነመ ርፈቺሱ ቶኮቱ ቱሬ። እንስ እልካን ስቢላ ዼራ ቀበ ቱሬ፤ እንስ ዋን ቀበቴ ጨጨብሴ ኛቴ ከን ሀፌሞ ሚለሳ ጀለት ዽዺተ ቱሬ። ብኔንስ ኩን ብኔንሶተ ዱራን ቱረኒን አደ ተኤ ጋንፈ ኩዸን ቀበ ቱሬ። See the chapter |