Daaniʼel 7:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Dubbiin kun kana irratti in dhume; yaadni koo ana Daani'elin baay'ee na raase, bifni koos in geddarame; dubbicha garuu yaadattan qabadhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 “Dhumni waan sanaa kana. Ani Daaniʼel yaada kootiin akka malee nan dhiphadhe; fuulli koo ni geeddarame; ani garuu waan sana garaa kootti qabadheen ture.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 “ዹምን ዋን ሰና ከነ። አን ዳንኤል ያደኮቲን አከ መሌ ነንዽጰዼ፤ ፉልኮ ንጌደረሜ፤ አን ገሩ ዋን ሰነ ገራኮት ቀበዼን ቱሬ።” See the chapter |