Daaniʼel 7:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 <<Haa ta'u iyyuu malee, abboonni firdii in taa'u, mootummaa isaa irraa in fudhatu; innis balleeffamee badduu in ba'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “ ‘Garuu dhaddachi ni taaʼama; aangoon isaas irraa fudhatamee inni bara baraan guutumaan guutuutti ni barbadeeffama. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ ‘ገሩ ዸደች ንታአመ፤ ኣንጎንሳስ እራ ፉዸተሜ እን በረ በራን ጉቱማን ጉቱት ንበርበዴፈመ። See the chapter |