Daaniʼel 7:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Gaanfonni kurnan mootota kudhan warra mootummaa kana keessaa ka'uuf jiranii dha; mootota kana booddees isaan irraa garaa gara kan ta'e mootiin biraa tokko in ka'a, mootota sadii gad in deebisa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Gaanfawwan kurnan mootota kurnan mootummaa kana keessaa dhufanii dha. Isaan booddees mootiin biraa kan warra duraa irraa adda taʼe tokko ni kaʼa; innis mootota sadii of jala galfata. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ጋንፈወን ኩርነን ሞቶተ ኩርነን ሞቱማ ከነ ኬሳ ዹፈኒዸ። እሳን ቦዴስ ሞቲን ብራ ከን ወረ ዱራራ አደ ተኤ ቶኮ ንከአ፤ እንስ ሞቶተ ሰዲ ኦፍ ጀለ ገልፈተ። See the chapter |