Daaniʼel 7:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Akkasuma immoo waa'ee gaanfota kurnan mataa isaa irra jiranii, waa'ee isa booddeedhaan quuqee ba'ee, sadii of duraa kuffisee, dhugaa isaa baruu nan barbaade; gaanfi inni tokkichi sun ija, afaan dubbii gurguddisee dubbatus qaba ture, bifni isaas bifa gaanfota warra kaanii irra in caala ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Akkasumas waaʼee gaanfawwan kurnan mataa isaa irra jiraniitii fi gaanfa baʼe inni biraa kan isaan kaan fuula isaa duratti kufanii, isa hunda isaanii caalu kan ijaa fi afaan ittiin of jajaa dubbatu qabu sanaa beekuu nan barbaade. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አከሱመስ ዋኤ ጋንፈወን ኩርነን መታሳረ ጅረኒቲፊ ጋንፈ በኤ እን ብራ ከን እሳን ካን ፉለሳ ዱረት ኩፈኒ፣ እሰ ሁንደሳኒ ጫሉ ከን እጃፊ አፋን እቲን ኦፍ ጀጃ ዱበቱ ቀቡ ሰና ቤኩ ነንበርባዴ። See the chapter |