Daaniʼel 7:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Isan arge kana irratti ani Daani'el nan raafame, hafuurri koo ana keessatti in rakkate; mul'anni mataa koo keessa tures na wareerse. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 “Ani Daaniʼel hafuura kootiin nan jeeqame; mulʼanni ani arges akka malee na sodaachise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 “አን ዳንኤል ሀፉረኮቲን ነንጄቀሜ፤ ሙልአትን አን አርጌስ አከ መሌ ነ ሶዳችሴ። See the chapter |