Daaniʼel 7:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Warri saba garaa garaa, warri gosa garaa garaa, warri afaan garaa garaa dubbatan hundinuu akka isa waaqessaniif, gooftummaan, ulfinni, mootummaan isaaf in kenname; gooftummaan isaa kan hin darbinee dha, inni gooftummaa bara baraa ti; mootummaan isaas isa balleeffamu miti>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Isaafis taayitaan, ulfinnii fi mootummaan ni kenname; uummanni hundi, saboonnii fi namoonni afaan garaa garaa dubbatanis isa waaqeffatan. Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa kan hin dabarree dha; mootummaan isaas kan gonkumaa hin badnee dha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እሳፍስ ታይታን፣ ኡልፍኒፊ ሞቱማን ንኬነሜ፤ ኡመትን ሁንድ፣ ሰቦትኒፊ ነሞትን አፋን ገራ ገራ ዱበተንስ እሰ ዋቄፈተን። ቡልቺንስሳ ቡልቺንሰ በረ በራ ከን ህንደበሬዸ፤ ሞቱማንሳስ ከን ጎንኩማ ህንበድኔዸ። See the chapter |