Daaniʼel 7:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Bineensonni warri hafan immoo mootummaan isaanii isaan irraa in fudhatame, ofii isaaniitii garuu yeroodhaaf, kutaa baraafis jiraachuun isaaniif in kenname*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Bineensota kaan irraa immoo aangoon isaanii ni fudhatame; garuu akka isaan yeroof jiraatan ni eeyyamameef. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ብኔንሶተ ካንራሞ ኣንጎንሳኒ ንፉዸተሜ፤ ገሩ አከ እሳን ዬሮፍ ጅራተን ንኤየመሜፍ። See the chapter |