Daaniʼel 7:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 yaa'aan ibiddaa isa duraa ba'ee in yaa'a; warri kuma kumaatamatti lakkaa'aman isaaf in hojjetu, warri millionii baay'eetti lakkaa'amanis isa dura in dhaabatu; abboonni firdii in taa'an, caaffatoonni duraan caafamanii jiranis in banaman*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Lagni ibiddaa tokko fuula isaa duraa ni yaaʼa ture. Kumni kumaatamni irratti isa tajaajilu turan; kumni kudhan kan yeroo kuma kudhan baayʼatan fuula isaa dura dhaabatanii turan. Dhaddachi taaʼamee ture; kitaabonnis banamanii turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ለግን እብዳ ቶኮ ፉለሳ ዱራ ንያአ ቱሬ። ኩምን ኩማተምን እረት እሰ ተጃጅሉ ቱረን፤ ኩምን ኩዸን ከን ዬሮ ኩመ ኩዸን ባይአተን ፉለሳ ዱረ ዻበተኒ ቱረን። ዸደች ታአሜ ቱሬ፤ ክታቦትንስ በነመኒ ቱረን። See the chapter |