Daaniʼel 7:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Bara Belshaazaar mootii Baabilon waggaa duraa keessa, Daani'el siree isaa irra ciisee utuu jiruu abjuu arge, mul'annis mataa isaa keessa in dhufe; kana booddees abjuu sana caafee mataa mataa isaa himuutti ka'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Bara Beelshaazaar mootii Baabilon keessa waggaa tokkoffaatti Daaniʼel utuu siree isaa irra ciisee jiruu abjuu fi mulʼata arge. Abjuu sanas barreessee waan arges ibse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 በረ ቤልሻዛር ሞቲ ባብሎን ኬሰ ወጋ ቶኮፋት ዳንኤል ኡቱ ስሬሳረ ጪሴ ጅሩ አብጁፊ ሙልአተ አርጌ። አብጁ ሰነስ በሬሴ ዋን አርጌስ እብሴ። See the chapter |