Daaniʼel 6:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yommus warri mataa ta'an sunii fi warri kutaa mootummaa bulchan, dubbii mootummicha ilaalu keessatti karaa ittiin Daani'el irratti ka'an barbaaddatan; garuu inni amanamaa waan tureef, wanti inni irraa kaate yookiis balleesse tokko illee irratti hin argamne; kanaaf jarri balleessaa ittiin isa irratti ka'an, karaas hin arganne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Sababii kanaaf bulchitoonni ol aantonnii fi ilmaan moototaa waan hojii mootummaa ilaaluun Daaniʼelin himachuuf karaa barbaadan; garuu akkas gochuu hin dandeenye. Daaniʼel amanamaa, of eeggataa fi nama mudaa hin qabne waan taʼeef isaan isa irratti dogoggora tokko iyyuu argachuu hin dandeenye. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ሰበቢ ከናፍ ቡልችቶትን ኦል ኣንቶትኒፊ እልማን ሞቶታ ዋን ሆጂ ሞቱማ እላሉን ዳንኤልን ህመቹፍ ከራ በርባደን፤ ገሩ አከስ ጎቹ ህንደንዴኜ። ዳንኤል አመነማ፣ ኦፍ ኤገታፊ ነመ ሙዳ ህንቀብኔ ዋን ተኤፍ እሳን እሰረት ዶጎጎረ ቶኮዩ አርገቹ ህንደንዴኜ። See the chapter |