Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Daani'el kun hafuura hundumaa irra caalu waan qabuuf, addumaan ba'ee warra mataa ta'an, warra kutaa mootummaa bulchan hundumaas caalee argame; kanaafis mootichi guutummaa mootummaa isaa irra isa dhaabuu yaade*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Mootichi sababii Daaniʼel ilmaan moototaatii fi bulchitoota ol aantota kaan caalaa dandeettii addaa qabuuf isa jaallatee guutummaa mootummaa irratti isa muuduu barbaade.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ሞትች ሰበቢ ዳንኤል እልማን ሞቶታቲፊ ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ካን ጫላ ደንዴቲ አዳ ቀቡፍ እሰ ጃለቴ ጉቱማ ሞቱማረት እሰ ሙዱ በርባዴ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements