Daaniʼel 6:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Inni in oolcha, in hoofkalchas; inni bantii waaqaa keessatti, lafa irrattis, milikkitoota in argisiisa, dinqiiwwan in hojjeta; Daani'elin harka leencotaa keessaa inni oolche isa!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Inni ni baraara; ni oolchas; samii keessaa fi lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hojjeta. Inni Daaniʼelin, afaan leencotaatii baaseera.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እን ንበራረ፤ ንኦልቸስ፤ ሰሚ ኬሳፊ ለፈረት መለቶወኒፊ ድንቂወን ሆጄተ። እን ዳንኤልን፣ አፋን ሌንጮታቲ ባሴረ።” See the chapter |