Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Kana booddee Daariyos mootichi warra guutummaa lafaa irra jiraatan, warra saba garaa garaa, warra gosa garaa garaa, warra afaan garaa garaa dubbatan hundumaaf caafee, <<Nagaan isiniif haa baay'atu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Kana irratti Daariyoos Mootichi uummata, sabootaa fi namoota guutummaa biyyattii keessatti afaan garaa garaa dubbatan hundatti akkana jedhee barreesse: “Nagaan isiniif haa baayʼatu!

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 ከነረት ዳርዮስ ሞትች ኡመተ፣ ሰቦታፊ ነሞተ ጉቱማ ብየቲ ኬሰት አፋን ገራ ገራ ዱበተን ሁንደት አከነ ጄዼ በሬሴ፦ “ነጋን እስኒፍ ሃባይአቱ!

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements