Daaniʼel 6:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Mootichi abboomnaan warra Daani'elin hamatan sana fidanii, dubartoota isaanii fi ijoollee isaanii wajjin boolla leencotaa keessa bubbuusan; garuu utuma isaan boollicha keessaa lafa hin ga'in leenconni qolatanii lafee isaanii caccabsan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Warri sobaan Daaniʼelin himatanis ajaja mootichaatiin niitotaa fi ijoollee isaanii wajjin fidamanii boolla leencaatti darbataman. Utuu isaan boolla sana keessa lafa hin gaʼin leenconni isaan cicciratanii lafee isaanii hunda caccabsan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ወር ሶባን ዳንኤልን ህመተንስ አጀጀ ሞትቻቲን ኒቶታፊ እጆሌሳኒ ወጅን ፍደመኒ ቦለ ሌንጫት ደርበተመን። ኡቱ እሳን ቦለ ሰነ ኬሰ ለፈ ህንገእን ሌንጮትን እሳን ጭጭረተኒ ለፌሳኒ ሁንደ ጨጨብሰን። See the chapter |