Daaniʼel 6:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Ooluu isaatiif mootichi baay'ee gammadee, Daani'el boollicha keessaa akka ol baafamu abboome; kana irratti Daani'el boollicha keessaa ol baafame; Waaqayyo isaa amanatee waan tureefis, miidhamni tokko illee isa irratti hin argamne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Mootichis akka malee gammadee akka Daaniʼel boolla keessaa baafamu ajaje. Daaniʼelis waan Waaqa isaa amanatee tureef yommuu boollaa baʼetti madaan tokko iyyuu isa irratti hin argamne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ሞትችስ አከ መሌ ገመዴ አከ ዳንኤል ቦለ ኬሳ ባፈሙ አጀጄ። ዳንኤልስ ዋን ዋቀሳ አመነቴ ቱሬፍ ዮሙ ቦላ በኤት መዳን ቶኮዩ እሰረት ህንአርገምኔ። See the chapter |