Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 isaan irratti immoo namoota sadii mataa godhee irra kaa'e; warra sadanii keessaas tokko Daani'el ture; warri kutaa mootummaa isaa bulchan immoo hojiin mootichaa akka hin hir'anneef wanta itti gaafatamaniif, warra sadan kanaaf deebii in kennu.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 innis isaan irratti bulchitoota ol aantota sadii muude; isaan keessaas tokko Daaniʼel ture. Akka mooticha irra rakkinni hin geenyeefis ilmaan moototaa kunneen bulchitoota ol aantota sadan jalatti bulu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 እንስ እሳንረት ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰዲ ሙዴ፤ እሳን ኬሳስ ቶኮ ዳንኤል ቱሬ። አከ ሞትቸረ ረክን ህንጌኜፍስ እልማን ሞቶታ ኩኔን ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰደን ጀለት ቡሉ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements