Daaniʼel 6:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Kana booddee mootichi gara mana mootummaa isaatti in deebi'e, halkan sanas nyaanni, wanti biraa kan isa dagachiisus itti hin dhi'aanne, hirribnis ija isaa irraa in baqate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Ergasiis mootichi gara masaraa mootummaa isaatti deebiʼee halkan guutuu utuu waa hin nyaatinii fi gammachuu hin argatin hirriba malee bule. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኤርገሲስ ሞትች ገረ መሰራ ሞቱማሳት ዴብኤ ሀልከን ጉቱ ኡቱ ዋ ህንኛትኒፊ ገመቹ ህንአርገትን ህርበ መሌ ቡሌ። See the chapter |