Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Dhagaan tokkos fidamee afaan boollichaa irra kaa'amee, waa'ee Daani'eliif wanti tokko illee akka hin geddaramnettis, mootichi mallattoo ofii isaatiin mallattoo gurguddoota isaatiinis dhagicha irratti in mallateesse.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Dhagaanis fidamee afaan boolla leencaa sanatti qadaadame; mootichis akka wanni Daaniʼel irratti murtaaʼe sun hin geeddaramne chaappaa mallattoo qubeelaa isaatii fi kan qubeelaa qondaaltota isaa irratti chaappesse.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ዸጋንስ ፍደሜ አፋን ቦለ ሌንጫ ሰነት ቀዳደሜ፤ ሞትችስ አከ ወን ዳንኤልረት ሙርታኤ ሱን ህንጌደረምኔ ቻፓ መለቶ ቁቤላሳቲፊ ከን ቁቤላ ቆንዳልቶተሳረት ቻፔሴ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements