Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Mootichi kana yommuu dhaga'e baay'ee in jibbe; yaada isaa Daani'elin oolchuu irra kaa'atee, hamma biiftuun lixuttis karaa ittiin isa baasuu barbaaduutti in dhama'e.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Mootichi yommuu waan kana dhagaʼetti akka malee gadde; Daaniʼelin baasuufis murteeffatee hamma biiftuun lixxutti waan dandaʼame hunda godhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ሞትች ዮሙ ዋን ከነ ዸገኤት አከ መሌ ገዴ፤ ዳንኤልን ባሱፍስ ሙርቴፈቴ ሀመ ቢፍቱን ልጡት ዋን ደንደአሜ ሁንደ ጎዼ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements