Daaniʼel 6:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yommus isaan mootichaan,<<Daani'el inni warra biyya Yihudaatii booji'aman keessaa sun, abboommii kee, ittisa ati milikkita itti gootes hin ulfeessu, yaa mootii! Kadhata isaas guyyaatti si'a sadii in dhi'eeffata>> jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Isaan mootichaan, “Yaa mootii, warra Yihuudaadhaa boojiʼaman keessaa Daaniʼel siifis seera ati baafteefis xiyyeeffannaa hin kennu. Inni ammas guyyaatti yeroo sadii Waaqa isaa kadhata” jedhan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እሳን ሞትቻን፣ “ያ ሞቲ፣ ወረ ይሁዳዻ ቦጅአመን ኬሳ ዳንኤል ሲፍስ ሴረ አት ባፍቴፍስ ጥዬፈትና ህንኬኑ። እን አመስ ጉያት ዬሮ ሰዲ ዋቀሳ ከዸተ” ጄዸን። See the chapter |